An-Nur · 38/64
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nur
لِيَجْزِيَهُمُ اللَّهُ أَحْسَنَ مَا عَمِلُوا وَيَزِيدَهُم مِّن فَضْلِهِ ۗ وَاللَّهُ يَرْزُقُ مَن يَشَاءُ بِغَيْرِ حِسَابٍ ۝٣٨
Liyajziyahumul laahu ahsana maa `amiloo wa yazeedahum min fadlih; wal laahu yarzuqu mai yashaaa`u bighairi hisaab
📖 Afaan Oromoon
Akka Rabbiin irra gaarii waan isaan dalaganii isaaniif galata galchee, tola Isaa irraas isaaniif dabaluuf (Isa sodaatu)Rabbiin nama fedhe herrega malee soora
🎧 Caqasi

📜 Aayah 36-40 — An-Nur

36فِي بُيُوتٍ أَذِنَ اللَّهُ أَن تُرْفَعَ وَيُذْكَرَ فِيهَا اسْمُهُ يُسَبِّحُ لَهُ فِيهَا بِالْغُدُوِّ وَالْآصَالِ
Manneen (masjiidoota) kabajamuufi maqaan Allaah ishee keessatti dubbatamuutti (faarfamuutti) Rabbiin ajaje keessatti, ishee keessatti ganamaafi galgalas Isa qulqulleessu
37رِجَالٌ لَّا تُلْهِيهِمْ تِجَارَةٌ وَلَا بَيْعٌ عَن ذِكْرِ اللَّهِ وَإِقَامِ الصَّلَاةِ وَإِيتَاءِ الزَّكَاةِ ۙ يَخَافُونَ يَوْمًا تَتَقَلَّبُ فِيهِ الْقُلُوبُ وَالْأَبْصَارُ
Dhiironni daldalas ta’ee gurgurtaan yaadannoo Rabbii irraa, salaata dhaabuufi zakaa kennuu irraa isaan hin dagnetu guyyaa isa keessa onneefi ijji gara gaggaltu kan sodaatan ta’anii (ishee keessatti Rabbiin qulqulleessu)
38لِيَجْزِيَهُمُ اللَّهُ أَحْسَنَ مَا عَمِلُوا وَيَزِيدَهُم مِّن فَضْلِهِ ۗ وَاللَّهُ يَرْزُقُ مَن يَشَاءُ بِغَيْرِ حِسَابٍ
Akka Rabbiin irra gaarii waan isaan dalaganii isaaniif galata galchee, tola Isaa irraas isaaniif dabaluuf (Isa sodaatu)Rabbiin nama fedhe herrega malee soora
39وَالَّذِينَ كَفَرُوا أَعْمَالُهُمْ كَسَرَابٍ بِقِيعَةٍ يَحْسَبُهُ الظَّمْآنُ مَاءً حَتَّىٰ إِذَا جَاءَهُ لَمْ يَجِدْهُ شَيْئًا وَوَجَدَ اللَّهَ عِندَهُ فَوَفَّاهُ حِسَابَهُ ۗ وَاللَّهُ سَرِيعُ الْحِسَابِ
Warri kafaran dalagaaleen isaanii akka siribii dirree keessa jirtuu, kan dheebotaan bishaan isa se’uutiYeroo isa bira ga’e homaa ta’uu isaa dhabe; Allaah of biratti argee (Rabbiin) galata isaa guutee isaaf galcheetiRabbiin saffisaa herregaati
40أَوْ كَظُلُمَاتٍ فِي بَحْرٍ لُّجِّيٍّ يَغْشَاهُ مَوْجٌ مِّن فَوْقِهِ مَوْجٌ مِّن فَوْقِهِ سَحَابٌ ۚ ظُلُمَاتٌ بَعْضُهَا فَوْقَ بَعْضٍ إِذَا أَخْرَجَ يَدَهُ لَمْ يَكَدْ يَرَاهَا ۗ وَمَن لَّمْ يَجْعَلِ اللَّهُ لَهُ نُورًا فَمَا لَهُ مِن نُّورٍ
Yookiin akka dukkana galaana gadi fagoo ta’e keessa jiru, kan danbaliin gubbaa isaa danbaliin (biraa) jiru kan isa gubbaa duumessi jiru haguuguuti(Isheen kun) dukkana gariin ishee garii gubbaa jirtuudha; yeroo harka isaa baase argutti hin dhihaatuNamni Allaahn ifaa isaaf hin taasisin, ifaan homaatuu isaaf hin jiru
An-NurTarreeffama Qur'ana
64Aayah
MedinanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — An-Nur 38

Suuratu An-Nur Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka Rabbiin irra gaarii waan isaan dalaganii isaaniif galata galchee,…

Suuratu Aayah 38/64 — An-Nur النور (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nur Caqasi, An-Nur Hiikkaa, An-Nur mp3, An-Nur pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers