Ash-Shu'ara · 103/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ ۝١٠٣
Inna fee zaalika la Aayatanw wa maa kaana aksaruhum mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane

🎧 Caqasi


📜 Aayah 101-105 — Suuratu Ash-Shu'ara

101وَلَا صَدِيقٍ حَمِيمٍ
Hiriyaan garaa laafus (hin jiru)
102فَلَوْ أَنَّ لَنَا كَرَّةً فَنَكُونَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Odoo (addunyaatti) deebiin tokkollee nuuf jiraatee silaa Mu’uminoota irraa taana turre
103إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
104وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee isumatu injifataa, rahmata godhaadha
105كَذَّبَتْ قَوْمُ نُوحٍ الْمُرْسَلِينَ
Ummanni Nuuh ergamtoota sobsiiftee jirti
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
103Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 103

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 103 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane

Suuratu Aayah 103/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 101–105. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers