Ash-Shu'ara · 102/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فَلَوْ أَنَّ لَنَا كَرَّةً فَنَكُونَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ ۝١٠٢
Falaw anna lanaa karratan fanakoona minal mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Odoo (addunyaatti) deebiin tokkollee nuuf jiraatee silaa Mu’uminoota irraa taana turre

🎧 Caqasi


📜 Aayah 100-104 — Ash-Shu'ara

100فَمَا لَنَا مِن شَافِعِينَ
Araarsitoonni tokkollee nuuf hin jiru
101وَلَا صَدِيقٍ حَمِيمٍ
Hiriyaan garaa laafus (hin jiru)
102فَلَوْ أَنَّ لَنَا كَرَّةً فَنَكُونَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Odoo (addunyaatti) deebiin tokkollee nuuf jiraatee silaa Mu’uminoota irraa taana turre
103إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
104وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee isumatu injifataa, rahmata godhaadha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
102Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 102

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 102 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo (addunyaatti) deebiin tokkollee nuuf jiraatee silaa Mu’uminoota irraa taana…

Suuratu Aayah 102/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 100–104. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers