Ash-Shu'ara · 104/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ ۝١٠٤
Wa inna Rabbaka la Huwal `Azeezur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti Gooftaan kee isumatu injifataa, rahmata godhaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 102-106 — Ash-Shu'ara

102فَلَوْ أَنَّ لَنَا كَرَّةً فَنَكُونَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Odoo (addunyaatti) deebiin tokkollee nuuf jiraatee silaa Mu’uminoota irraa taana turre
103إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
104وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee isumatu injifataa, rahmata godhaadha
105كَذَّبَتْ قَوْمُ نُوحٍ الْمُرْسَلِينَ
Ummanni Nuuh ergamtoota sobsiiftee jirti
106إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ نُوحٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Nuuh jedheen: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
104Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 104

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 104 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti Gooftaan kee isumatu injifataa, rahmata godhaadha

Suuratu Aayah 104/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 102–106. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers