Ash-Shu'ara · 107/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ ۝١٠٧
Innee lakum Rasoolun ameen
📖 Afaan Oromoon
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 105-109 — Ash-Shu'ara

105كَذَّبَتْ قَوْمُ نُوحٍ الْمُرْسَلِينَ
Ummanni Nuuh ergamtoota sobsiiftee jirti
106إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ نُوحٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Nuuh jedheen: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
107إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
108فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
109وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu; Mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irratti malee hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
107Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 107

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 107 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani isiniif ergamaa amanamaadha

Suuratu Aayah 107/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 105–109. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers