Ash-Shu'ara · 106/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ نُوحٌ أَلَا تَتَّقُونَ ۝١٠٦
Iz qaala lahum akhoohum Noohun alaa tattaqoon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo obboleessi isaanii Nuuh jedheen: “Sila Rabbiin hin sodaattanii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 104-108 — Suuratu Ash-Shu'ara

104وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee isumatu injifataa, rahmata godhaadha
105كَذَّبَتْ قَوْمُ نُوحٍ الْمُرْسَلِينَ
Ummanni Nuuh ergamtoota sobsiiftee jirti
106إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ نُوحٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Nuuh jedheen: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
107إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
108فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
106Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 106

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 106 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo obboleessi isaanii Nuuh jedheen: “Sila Rabbiin hin sodaattanii

Suuratu Aayah 106/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 104–108. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers