Ash-Shu'ara · 108/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ ۝١٠٨
Fattaqullaaha wa atee`oon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 106-110 — Suuratu Ash-Shu'ara

106إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ نُوحٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Nuuh jedheen: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
107إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
108فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
109وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu; Mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irratti malee hin taane
110فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaaAjaja kiyyas fudhaa.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
108Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 108

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 108 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa

Suuratu Aayah 108/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 106–110. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers