Ash-Shu'ara · 135/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
إِنِّي أَخَافُ عَلَيْكُمْ عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ ۝١٣٥
Innee akhaafu `alaikum `azaaba Yawmin `azeem
📖 Afaan Oromoon
Ani adabbii Guyyaa guddaan isin irratti sodaadha.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 133-137 — Ash-Shu'ara

133أَمَدَّكُم بِأَنْعَامٍ وَبَنِينَ
Beyladootaafi ilmaaniinis isin badhaase
134وَجَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwaniinis [isin qananiise]
135إِنِّي أَخَافُ عَلَيْكُمْ عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Ani adabbii Guyyaa guddaan isin irratti sodaadha.”
136قَالُوا سَوَاءٌ عَلَيْنَا أَوَعَظْتَ أَمْ لَمْ تَكُن مِّنَ الْوَاعِظِينَ
[Ummanni Huud] ni jedhan: “Yoo nu gorsites yoo warra gorsan irraa ta’uu baattes nurratti waluma qixa
137إِنْ هَٰذَا إِلَّا خُلُقُ الْأَوَّلِينَ
Kun amaluma warra duriiti malee waan biraa miti
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
135Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 135

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 135 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani adabbii Guyyaa guddaan isin irratti sodaadha.”

Suuratu Aayah 135/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 133–137. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers