Ash-Shu'ara · 134/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَجَنَّاتٍ وَعُيُونٍ ۝١٣٤
Wa jannaatinw wa `uyoon
📖 Afaan Oromoon
Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwaniinis [isin qananiise]

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 132-136 — Suuratu Ash-Shu'ara

132وَاتَّقُوا الَّذِي أَمَدَّكُم بِمَا تَعْلَمُونَ
Isa waan [gaggaarii] isin beektan hundaan isin badhaases sodaadhaa
133أَمَدَّكُم بِأَنْعَامٍ وَبَنِينَ
Beyladootaafi ilmaaniinis isin badhaase
134وَجَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwaniinis [isin qananiise]
135إِنِّي أَخَافُ عَلَيْكُمْ عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Ani adabbii Guyyaa guddaan isin irratti sodaadha.”
136قَالُوا سَوَاءٌ عَلَيْنَا أَوَعَظْتَ أَمْ لَمْ تَكُن مِّنَ الْوَاعِظِينَ
[Ummanni Huud] ni jedhan: “Yoo nu gorsites yoo warra gorsan irraa ta’uu baattes nurratti waluma qixa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
134Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 134

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 134 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwaniinis [isin qananiise]

Suuratu Aayah 134/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 132–136. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Thursday, October 1, 2026

Don't forget us in your sincere prayers