Ash-Shu'ara · 136/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
قَالُوا سَوَاءٌ عَلَيْنَا أَوَعَظْتَ أَمْ لَمْ تَكُن مِّنَ الْوَاعِظِينَ ۝١٣٦
Qaaloo sawaaa`un `alainaaa awa `azta am lam takum minal waa`izeen
📖 Afaan Oromoon
[Ummanni Huud] ni jedhan: “Yoo nu gorsites yoo warra gorsan irraa ta’uu baattes nurratti waluma qixa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 134-138 — Suuratu Ash-Shu'ara

134وَجَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwaniinis [isin qananiise]
135إِنِّي أَخَافُ عَلَيْكُمْ عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Ani adabbii Guyyaa guddaan isin irratti sodaadha.”
136قَالُوا سَوَاءٌ عَلَيْنَا أَوَعَظْتَ أَمْ لَمْ تَكُن مِّنَ الْوَاعِظِينَ
[Ummanni Huud] ni jedhan: “Yoo nu gorsites yoo warra gorsan irraa ta’uu baattes nurratti waluma qixa
137إِنْ هَٰذَا إِلَّا خُلُقُ الْأَوَّلِينَ
Kun amaluma warra duriiti malee waan biraa miti
138وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ
Nuti kan adabamnuu miti” [jedhan]
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
136Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 136

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 136 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Ummanni Huud] ni jedhan: “Yoo nu gorsites yoo warra gorsan…

Suuratu Aayah 136/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 134–138. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers