Ash-Shu'ara · 198/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَلَوْ نَزَّلْنَاهُ عَلَىٰ بَعْضِ الْأَعْجَمِينَ ۝١٩٨
Wa law nazzalnaahu `alaa ba`dil a`jameen
📖 Afaan Oromoon
Odoo garii nama Araba hin ta’inii irratti isa (Qur’aana) buufnee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 196-200 — Suuratu Ash-Shu'ara

196وَإِنَّهُ لَفِي زُبُرِ الْأَوَّلِينَ
Dhugumatti, inni (waa’een Qur’aanaa) kitaabota durii keessa jira
197أَوَلَمْ يَكُن لَّهُمْ آيَةً أَن يَعْلَمَهُ عُلَمَاءُ بَنِي إِسْرَائِيلَ
Sila beektonni Ilmaan Israa’iil isa beekuun mallattoo isaaniif (warra Makkaatiif) hin ta’uu
198وَلَوْ نَزَّلْنَاهُ عَلَىٰ بَعْضِ الْأَعْجَمِينَ
Odoo garii nama Araba hin ta’inii irratti isa (Qur’aana) buufnee
199فَقَرَأَهُ عَلَيْهِم مَّا كَانُوا بِهِ مُؤْمِنِينَ
Innis isaan irratti dubbisee, isaan kan isatti amanan hin taane
200كَذَٰلِكَ سَلَكْنَاهُ فِي قُلُوبِ الْمُجْرِمِينَ
Akka kanatti isa (diddaa Qur’aanaa) onnee badi raawwattootaa keessa seensifne
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
198Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 198

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 198 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo garii nama Araba hin ta’inii irratti isa (Qur’aana) buufnee

Suuratu Aayah 198/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 196–200. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers