Ash-Shu'ara · 215/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَاخْفِضْ جَنَاحَكَ لِمَنِ اتَّبَعَكَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ ۝٢١٥
Wakhfid janaahaka limanit taba `aka minal mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Mu’uminoota irraa nama si hordofeef nyaara (kooluu) kee gadi qabi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 213-217 — Suuratu Ash-Shu'ara

213فَلَا تَدْعُ مَعَ اللَّهِ إِلَٰهًا آخَرَ فَتَكُونَ مِنَ الْمُعَذَّبِينَ
Rabbii waliin gooftaa biraa hin kadhatin[Yoo akkas goote] warra adabaman irraa taata
214وَأَنذِرْ عَشِيرَتَكَ الْأَقْرَبِينَ
Firoota kee dhihoo ta’an akeekkachiisi
215وَاخْفِضْ جَنَاحَكَ لِمَنِ اتَّبَعَكَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminoota irraa nama si hordofeef nyaara (kooluu) kee gadi qabi
216فَإِنْ عَصَوْكَ فَقُلْ إِنِّي بَرِيءٌ مِّمَّا تَعْمَلُونَ
Yoo ajaja kee fudhachuu didanis “Ani waan isin hojjattan irraa qulqulluudha” jedhiin
217وَتَوَكَّلْ عَلَى الْعَزِيزِ الرَّحِيمِ
[Rabbii] injifataa, rahmata godhaa ta’e irratti hirkadhu
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
215Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 215

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 215 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mu’uminoota irraa nama si hordofeef nyaara (kooluu) kee gadi qabi

Suuratu Aayah 215/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 213–217. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers