Ash-Shu'ara · 214/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَأَنذِرْ عَشِيرَتَكَ الْأَقْرَبِينَ ۝٢١٤
Wa anzir `asheeratakal aqrabeen
📖 Afaan Oromoon
Firoota kee dhihoo ta’an akeekkachiisi

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 212-216 — Suuratu Ash-Shu'ara

212إِنَّهُمْ عَنِ السَّمْعِ لَمَعْزُولُونَ
Dhugumatti, isaan isa dhagahuu irraa fageeffamoodha
213فَلَا تَدْعُ مَعَ اللَّهِ إِلَٰهًا آخَرَ فَتَكُونَ مِنَ الْمُعَذَّبِينَ
Rabbii waliin gooftaa biraa hin kadhatin[Yoo akkas goote] warra adabaman irraa taata
214وَأَنذِرْ عَشِيرَتَكَ الْأَقْرَبِينَ
Firoota kee dhihoo ta’an akeekkachiisi
215وَاخْفِضْ جَنَاحَكَ لِمَنِ اتَّبَعَكَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminoota irraa nama si hordofeef nyaara (kooluu) kee gadi qabi
216فَإِنْ عَصَوْكَ فَقُلْ إِنِّي بَرِيءٌ مِّمَّا تَعْمَلُونَ
Yoo ajaja kee fudhachuu didanis “Ani waan isin hojjattan irraa qulqulluudha” jedhiin
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
214Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 214

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 214 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Firoota kee dhihoo ta’an akeekkachiisi

Suuratu Aayah 214/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 212–216. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Thursday, October 1, 2026

Don't forget us in your sincere prayers