Ash-Shu'ara · 216/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فَإِنْ عَصَوْكَ فَقُلْ إِنِّي بَرِيءٌ مِّمَّا تَعْمَلُونَ ۝٢١٦
Fa in asawka faqul innee bareee`um mimmmaa ta`maloon
📖 Afaan Oromoon
Yoo ajaja kee fudhachuu didanis “Ani waan isin hojjattan irraa qulqulluudha” jedhiin
🎧 Caqasi

📜 Aayah 214-218 — Ash-Shu'ara

214وَأَنذِرْ عَشِيرَتَكَ الْأَقْرَبِينَ
Firoota kee dhihoo ta’an akeekkachiisi
215وَاخْفِضْ جَنَاحَكَ لِمَنِ اتَّبَعَكَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminoota irraa nama si hordofeef nyaara (kooluu) kee gadi qabi
216فَإِنْ عَصَوْكَ فَقُلْ إِنِّي بَرِيءٌ مِّمَّا تَعْمَلُونَ
Yoo ajaja kee fudhachuu didanis “Ani waan isin hojjattan irraa qulqulluudha” jedhiin
217وَتَوَكَّلْ عَلَى الْعَزِيزِ الرَّحِيمِ
[Rabbii] injifataa, rahmata godhaa ta’e irratti hirkadhu
218الَّذِي يَرَاكَ حِينَ تَقُومُ
Isa yeroo ati dhaabbattu si argu [irratti hirkadhu]
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
216Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 216

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 216 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo ajaja kee fudhachuu didanis “Ani waan isin hojjattan irraa…

Suuratu Aayah 216/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 214–218. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers