Ash-Shu'ara · 46/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فَأُلْقِيَ السَّحَرَةُ سَاجِدِينَ ٤٦
Transliteration
Fa ulqiyas saharatu saajideen
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Falfaltoonnis [yeroma kana argan] sujuuda bu’aa ta’anii gadi kufan
🎧 Caqasi
📜 Aayah 44-48 — Ash-Shu'ara
44فَأَلْقَوْا حِبَالَهُمْ وَعِصِيَّهُمْ وَقَالُوا بِعِزَّةِ فِرْعَوْنَ إِنَّا لَنَحْنُ الْغَالِبُونَ
Haadaafi uleewwan isaanii ni darban; “Jabeenya Fir’awniin! Nuti dhugumatti nutu injifattoota” jedhan
45فَأَلْقَىٰ مُوسَىٰ عَصَاهُ فَإِذَا هِيَ تَلْقَفُ مَا يَأْفِكُونَ
Muusaanis ulee isaa ni darbateYeroma san isheen waan isaan sobaan fakkeessan hunda liqimsite
46فَأُلْقِيَ السَّحَرَةُ سَاجِدِينَ
Falfaltoonnis [yeroma kana argan] sujuuda bu’aa ta’anii gadi kufan
47قَالُوا آمَنَّا بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Ni jedhanis: “Gooftaa aalama hundaatti amanne
48رَبِّ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Gooftaa Muusaafi Haaruunitti.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
46Aayah
Hiikkaa — Ash-Shu'ara 46
Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Falfaltoonnis [yeroma kana argan] sujuuda bu’aa ta’anii gadi kufanSuuratu Aayah 46/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








