Ash-Shu'ara · 47/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
قَالُوا آمَنَّا بِرَبِّ الْعَالَمِينَ ٤٧
Transliteration
Qaalooo aamannaa bi Rabbil `aalameen
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Ni jedhanis: “Gooftaa aalama hundaatti amanne
🎧 Caqasi
📜 Aayah 45-49 — Ash-Shu'ara
45فَأَلْقَىٰ مُوسَىٰ عَصَاهُ فَإِذَا هِيَ تَلْقَفُ مَا يَأْفِكُونَ
Muusaanis ulee isaa ni darbateYeroma san isheen waan isaan sobaan fakkeessan hunda liqimsite
46فَأُلْقِيَ السَّحَرَةُ سَاجِدِينَ
Falfaltoonnis [yeroma kana argan] sujuuda bu’aa ta’anii gadi kufan
47قَالُوا آمَنَّا بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Ni jedhanis: “Gooftaa aalama hundaatti amanne
48رَبِّ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Gooftaa Muusaafi Haaruunitti.”
49قَالَ آمَنتُمْ لَهُ قَبْلَ أَنْ آذَنَ لَكُمْ ۖ إِنَّهُ لَكَبِيرُكُمُ الَّذِي عَلَّمَكُمُ السِّحْرَ فَلَسَوْفَ تَعْلَمُونَ ۚ لَأُقَطِّعَنَّ أَيْدِيَكُمْ وَأَرْجُلَكُم مِّنْ خِلَافٍ وَلَأُصَلِّبَنَّكُمْ أَجْمَعِينَ
[Fir’awnis] ni jedhe: “Odoo ani isiniif hin eeyyamin isatti amantanii? Dhugumatti, inni hayyuu keessan kan sihrii isin barsiiseedhaFuuldurattis [waan ta’u] beekuuf jirtuDhugumatti, ani Harka keessaniifi Luka keessan wal-faallessuudhaan isin irraan mummuraDhugumatti hunduma keessan isinin fannisa.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
47Aayah
Hiikkaa — Ash-Shu'ara 47
Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 47 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni jedhanis: “Gooftaa aalama hundaatti amanneSuuratu Aayah 47/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 45–49. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








