Ash-Shu'ara · 45/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَأَلْقَىٰ مُوسَىٰ عَصَاهُ فَإِذَا هِيَ تَلْقَفُ مَا يَأْفِكُونَ ۝٤٥
Fa alqaa Moosaa `asaahu fa izaa hiya talqafu maa yaafikoon
📖 Afaan Oromoon
Muusaanis ulee isaa ni darbateYeroma san isheen waan isaan sobaan fakkeessan hunda liqimsite

🎧 Caqasi


📜 Aayah 43-47 — Suuratu Ash-Shu'ara

43قَالَ لَهُم مُّوسَىٰ أَلْقُوا مَا أَنتُم مُّلْقُونَ
Muusaanis “Isin waan darbuu feetan darbaa” isaanin jedhe
44فَأَلْقَوْا حِبَالَهُمْ وَعِصِيَّهُمْ وَقَالُوا بِعِزَّةِ فِرْعَوْنَ إِنَّا لَنَحْنُ الْغَالِبُونَ
Haadaafi uleewwan isaanii ni darban; “Jabeenya Fir’awniin! Nuti dhugumatti nutu injifattoota” jedhan
45فَأَلْقَىٰ مُوسَىٰ عَصَاهُ فَإِذَا هِيَ تَلْقَفُ مَا يَأْفِكُونَ
Muusaanis ulee isaa ni darbateYeroma san isheen waan isaan sobaan fakkeessan hunda liqimsite
46فَأُلْقِيَ السَّحَرَةُ سَاجِدِينَ
Falfaltoonnis [yeroma kana argan] sujuuda bu’aa ta’anii gadi kufan
47قَالُوا آمَنَّا بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Ni jedhanis: “Gooftaa aalama hundaatti amanne
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
45Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 45

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Muusaanis ulee isaa ni darbateYeroma san isheen waan isaan sobaan…

Suuratu Aayah 45/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 43–47. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers