Ash-Shu'ara · 6/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَقَدْ كَذَّبُوا فَسَيَأْتِيهِمْ أَنبَاءُ مَا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ ۝٦
Faqad kazzaboo fasa yaateehim ambaaa`u maa kaanoo bihee yastahzi`oon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti isaan [Qur’aana kana] sobsiisaniiruOduun waan isaan itti qishnaa (qoosaa) turanii isaanitti dhufuuf jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Ash-Shu'ara

4إِن نَّشَأْ نُنَزِّلْ عَلَيْهِم مِّنَ السَّمَاءِ آيَةً فَظَلَّتْ أَعْنَاقُهُمْ لَهَا خَاضِعِينَ
Odoo feenee samii irraa mallattoo isaan irratti buufnee (isheedhaaf ajajamuun) mormi isaanii isheedhaaf gadi jedhaa taati ture
5وَمَا يَأْتِيهِم مِّن ذِكْرٍ مِّنَ الرَّحْمَٰنِ مُحْدَثٍ إِلَّا كَانُوا عَنْهُ مُعْرِضِينَ
Isaan kan sobsiisan ta’anii malee gorsi (kitaabni) haaraan Rahmaan irraa isaaniif kan dhufu hin taane
6فَقَدْ كَذَّبُوا فَسَيَأْتِيهِمْ أَنبَاءُ مَا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ
Dhugumatti isaan [Qur’aana kana] sobsiisaniiruOduun waan isaan itti qishnaa (qoosaa) turanii isaanitti dhufuuf jira
7أَوَلَمْ يَرَوْا إِلَى الْأَرْضِ كَمْ أَنبَتْنَا فِيهَا مِن كُلِّ زَوْجٍ كَرِيمٍ
Sila gara Dachii akka nuti gosoota gaggaarii hunda irraa meeqaatama ishee keessatti biqilchine isaan hin ilaallee
8إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, sana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaaniis kan amanan hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 6

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti isaan [Qur’aana kana] sobsiisaniiruOduun waan isaan itti qishnaa (qoosaa)…

Suuratu Aayah 6/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers