Ash-Shu'ara · 95/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَجُنُودُ إِبْلِيسَ أَجْمَعُونَ ۝٩٥
Wa junoodu Ibleesa ajma`oon
📖 Afaan Oromoon
Waraanni Ibliis hunduu (ni darbaman)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 93-97 — Suuratu Ash-Shu'ara

93مِن دُونِ اللَّهِ هَلْ يَنصُرُونَكُمْ أَوْ يَنتَصِرُونَ
“Rabbii gaditti (ta’anii) Sila isin tumsuu? Yookiin of ni tumsuu?”
94فَكُبْكِبُوا فِيهَا هُمْ وَالْغَاوُونَ
Isaaniifi jallattoonni ishee keessatti darbaman
95وَجُنُودُ إِبْلِيسَ أَجْمَعُونَ
Waraanni Ibliis hunduu (ni darbaman)
96قَالُوا وَهُمْ فِيهَا يَخْتَصِمُونَ
Isaan ishee keessatti wal falmaa ni jedhu
97تَاللَّهِ إِن كُنَّا لَفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Allaahn kakannee! Nuti dhugumatti jallina ifa ta’e keessa turre
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
95Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 95

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 95 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waraanni Ibliis hunduu (ni darbaman)

Suuratu Aayah 95/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 93–97. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers