Ash-Shu'ara · 96/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
قَالُوا وَهُمْ فِيهَا يَخْتَصِمُونَ ٩٦
Transliteration
Qaaloo wa hum feehaa yakkhtasimoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Isaan ishee keessatti wal falmaa ni jedhu
🎧 Caqasi
📜 Aayah 94-98 — Ash-Shu'ara
94فَكُبْكِبُوا فِيهَا هُمْ وَالْغَاوُونَ
Isaaniifi jallattoonni ishee keessatti darbaman
95وَجُنُودُ إِبْلِيسَ أَجْمَعُونَ
Waraanni Ibliis hunduu (ni darbaman)
96قَالُوا وَهُمْ فِيهَا يَخْتَصِمُونَ
Isaan ishee keessatti wal falmaa ni jedhu
97تَاللَّهِ إِن كُنَّا لَفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Allaahn kakannee! Nuti dhugumatti jallina ifa ta’e keessa turre
98إِذْ نُسَوِّيكُم بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Yeroo Gooftaa aalama hundaatti isin qixxeessinu san
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
96Aayah
Hiikkaa — Ash-Shu'ara 96
Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 96 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan ishee keessatti wal falmaa ni jedhuSuuratu Aayah 96/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 94–98. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








