Al-'Ankabut · 21/69
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-'Ankabut
يُعَذِّبُ مَن يَشَاءُ وَيَرْحَمُ مَن يَشَاءُ ۖ وَإِلَيْهِ تُقْلَبُونَ ۝٢١
Yu`azzibu many yashaaa`u wa yarhamu many yashaaa`; wa ilaihi tuqlaboon
📖 Afaan Oromoon
Nama fedhe ni adaba; nama fedhes rahmata isaaf godhaGara Isaa qofatti deebifamtu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Al-'Ankabut

19أَوَلَمْ يَرَوْا كَيْفَ يُبْدِئُ اللَّهُ الْخَلْقَ ثُمَّ يُعِيدُهُ ۚ إِنَّ ذَٰلِكَ عَلَى اللَّهِ يَسِيرٌ
Sila isaan akka Rabbiin uumuu eegalee ergasii isa deebisu hin ilaalanuu? Sun Allaah irratti laafaadha
20قُلْ سِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَانظُرُوا كَيْفَ بَدَأَ الْخَلْقَ ۚ ثُمَّ اللَّهُ يُنشِئُ النَّشْأَةَ الْآخِرَةَ ۚ إِنَّ اللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
[Yaa Muhammad!] “dachii keessa deemaatii akka Rabbiin uumuu itti jalqabe ilaalaa! Sana booda Allaahn kaasiinsa dhumaa ni kaasaDhugumatti, Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha” jedhiin
21يُعَذِّبُ مَن يَشَاءُ وَيَرْحَمُ مَن يَشَاءُ ۖ وَإِلَيْهِ تُقْلَبُونَ
Nama fedhe ni adaba; nama fedhes rahmata isaaf godhaGara Isaa qofatti deebifamtu
22وَمَا أَنتُم بِمُعْجِزِينَ فِي الْأَرْضِ وَلَا فِي السَّمَاءِ ۖ وَمَا لَكُم مِّن دُونِ اللَّهِ مِن وَلِيٍّ وَلَا نَصِيرٍ
Isin dachiifi samii keessatti kan dadhabsiiftan hin taaneRabbiin ala jaalalleefi tumsaan isiniif hin jiru
23وَالَّذِينَ كَفَرُوا بِآيَاتِ اللَّهِ وَلِقَائِهِ أُولَٰئِكَ يَئِسُوا مِن رَّحْمَتِي وَأُولَٰئِكَ لَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
Isaan keeyyattoota Rabbiitiifi qunnamtii Isaatti kafaran, isaan sun rahmata kiyya irraa abdii kutatanii jiruIsaan sun adabbii laaleessaa ta’etu isaaniif jira
Al-'AnkabutTarreeffama Qur'ana
69Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Al-'Ankabut 21

Suuratu Al-'Ankabut Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama fedhe ni adaba; nama fedhes rahmata isaaf godhaGara Isaa…

Suuratu Aayah 21/69 — Al-'Ankabut العنكبوت (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-'Ankabut Caqasi, Al-'Ankabut Hiikkaa, Al-'Ankabut mp3, Al-'Ankabut pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers