Al-'Ankabut · 57/69
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-'Ankabut
كُلُّ نَفْسٍ ذَائِقَةُ الْمَوْتِ ۖ ثُمَّ إِلَيْنَا تُرْجَعُونَ ۝٥٧
Kullu nafsin zaaa`iqatul mawti summa ilainaa turja`oon
📖 Afaan Oromoon
Lubbuun hunduu du’a ni dhandhamtiSana booda gara keenyatti deebifamtu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 55-59 — Suuratu Al-'Ankabut

55يَوْمَ يَغْشَاهُمُ الْعَذَابُ مِن فَوْقِهِمْ وَمِن تَحْتِ أَرْجُلِهِمْ وَيَقُولُ ذُوقُوا مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Guyyaa adabbiin (Ibiddi) gubbaa isaanii irraafi miila isaanii jalaan isaan haguugu, (Maleykan ibiddaas) “Waan dalagaa turtan dhandhamaa” jedha
56يَا عِبَادِيَ الَّذِينَ آمَنُوا إِنَّ أَرْضِي وَاسِعَةٌ فَإِيَّايَ فَاعْبُدُونِ
“Yaa gabroota kiyya warra amantan! Dachiin kiyya bal’oodhaa, Anuma qofa gabbaraa.”
57كُلُّ نَفْسٍ ذَائِقَةُ الْمَوْتِ ۖ ثُمَّ إِلَيْنَا تُرْجَعُونَ
Lubbuun hunduu du’a ni dhandhamtiSana booda gara keenyatti deebifamtu
58وَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَنُبَوِّئَنَّهُم مِّنَ الْجَنَّةِ غُرَفًا تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا ۚ نِعْمَ أَجْرُ الْعَامِلِينَ
Isaan amananii gaggaarii hojjatan, dhugumatti jannata irraa manneen jireenyaa kan laggeen ishee jala yaatu, kan yeroo hunda ishee keessa jiraatan ta’anii isaan qubsiifnaMindaan hojjattootaa waa tole
59الَّذِينَ صَبَرُوا وَعَلَىٰ رَبِّهِمْ يَتَوَكَّلُونَ
[Isaan] warra obsaniifi Gooftaa isaanii irratti hirkataniidha
Al-'AnkabutTarreeffama Qur'ana
69Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Al-'Ankabut 57

Suuratu Al-'Ankabut Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Lubbuun hunduu du’a ni dhandhamtiSana booda gara keenyatti deebifamtu

Suuratu Aayah 57/69 — Suuratu Al-'Ankabut العنكبوت (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-'Ankabut Caqasi, Suuratu Al-'Ankabut Hiikkaa, Suuratu Al-'Ankabut mp3, Suuratu Al-'Ankabut pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers