Aal-Imran · 138/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Aal-Imran
هَٰذَا بَيَانٌ لِّلنَّاسِ وَهُدًى وَمَوْعِظَةٌ لِّلْمُتَّقِينَ ۝١٣٨
Haazaa bayaanul linnaasi wa hudanw wa maw`izatul lilmuttaqeen
📖 Afaan Oromoon
Kun namootaaf ibsa; warra (Rabbiin) sodaataniif immoo qajeelfamaafi gorsa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 136-140 — Suuratu Aal-Imran

136أُولَٰئِكَ جَزَاؤُهُم مَّغْفِرَةٌ مِّن رَّبِّهِمْ وَجَنَّاتٌ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا ۚ وَنِعْمَ أَجْرُ الْعَامِلِينَ
Isaan sun mindaan isaanii araarama Gooftaa isaanii biraa ta’eefi jannata laggeen ishee jala yaatuudhaIsaan ishee keessatti hafoodhaMindaan hojjattootaa (jannata tauun) waa tole
137قَدْ خَلَتْ مِن قَبْلِكُمْ سُنَنٌ فَسِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَانظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُكَذِّبِينَ
Dhugumatti, isiniin dura karaaleen[] darbiteettiDachii keessa deemaatii booddeen (xumurri) kijibsiiftotaa akkam akka ta’e ilaalaa
138هَٰذَا بَيَانٌ لِّلنَّاسِ وَهُدًى وَمَوْعِظَةٌ لِّلْمُتَّقِينَ
Kun namootaaf ibsa; warra (Rabbiin) sodaataniif immoo qajeelfamaafi gorsa
139وَلَا تَهِنُوا وَلَا تَحْزَنُوا وَأَنتُمُ الْأَعْلَوْنَ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ
Yoo mu’uminoota taataniif isintu irra aanaa hin laafinaa; hin gaddinaas
140إِن يَمْسَسْكُمْ قَرْحٌ فَقَدْ مَسَّ الْقَوْمَ قَرْحٌ مِّثْلُهُ ۚ وَتِلْكَ الْأَيَّامُ نُدَاوِلُهَا بَيْنَ النَّاسِ وَلِيَعْلَمَ اللَّهُ الَّذِينَ آمَنُوا وَيَتَّخِذَ مِنكُمْ شُهَدَاءَ ۗ وَاللَّهُ لَا يُحِبُّ الظَّالِمِينَ
Yoo madaan isin tuqes, dhugumatti ummatas (diinotas) madaan fakkaataan isaan tuqeeraGuyyoota sana gidduu namaatti nanaannessinaRabbiin isaan amanan mul’isuufi isin irraas wareegamtoota taasisuuf (kana godhe)Rabbiin miidhaa hojjattoota hin jaalatu
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
138Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 138

Suuratu Aal-Imran Aayah 138 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kun namootaaf ibsa; warra (Rabbiin) sodaataniif immoo qajeelfamaafi gorsa

Suuratu Aayah 138/200 — Suuratu Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Aal-Imran Caqasi, Suuratu Aal-Imran Hiikkaa, Suuratu Aal-Imran mp3, Suuratu Aal-Imran pdf. Aayah 136–140. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers