Fatir · 21/45
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Fatir
وَلَا الظِّلُّ وَلَا الْحَرُورُ ۝٢١
Wa laz zillu wa lal haroor
📖 Afaan Oromoon
Gaaddisniifi ho’i cimaanis

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 19-23 — Suuratu Fatir

19وَمَا يَسْتَوِي الْأَعْمَىٰ وَالْبَصِيرُ
Jaamaafi namni Ija qabus wal hin qixxaatu
20وَلَا الظُّلُمَاتُ وَلَا النُّورُ
Dukkanniifi iftis (akkasuma)
21وَلَا الظِّلُّ وَلَا الْحَرُورُ
Gaaddisniifi ho’i cimaanis
22وَمَا يَسْتَوِي الْأَحْيَاءُ وَلَا الْأَمْوَاتُ ۚ إِنَّ اللَّهَ يُسْمِعُ مَن يَشَاءُ ۖ وَمَا أَنتَ بِمُسْمِعٍ مَّن فِي الْقُبُورِ
Namoonni lubbuun jiraniifi isaan du’anis wal qixaa mitiDhugumatti, Allaahn nama fedhe ni dhageessisaAti garuu nama awwaala keessa jiru dhageessisaa miti
23إِنْ أَنتَ إِلَّا نَذِيرٌ
Ati akeekkachiisaa malee waan biraa hin taane
FatirTarreeffama Qur'ana
45Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Fatir 21

Suuratu Fatir Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gaaddisniifi ho’i cimaanis

Suuratu Aayah 21/45 — Suuratu Fatir فاطر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Fatir Caqasi, Suuratu Fatir Hiikkaa, Suuratu Fatir mp3, Suuratu Fatir pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers