As-Saffat · 111/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ ۝١١١
Innahoo min `ibaadinal mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 109-113 — Suuratu As-Saffat

109سَلَامٌ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ
Nageenyi Ibraahiim irra haa jiraatu
110كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Akka kanatti toltuu hojjattoota mindaa isaaniif kennina
111إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi
112وَبَشَّرْنَاهُ بِإِسْحَاقَ نَبِيًّا مِّنَ الصَّالِحِينَ
Is-haaqiin, nabiyyii warra gaggaarii irraa ta’een isa gammachiifne
113وَبَارَكْنَا عَلَيْهِ وَعَلَىٰ إِسْحَاقَ ۚ وَمِن ذُرِّيَّتِهِمَا مُحْسِنٌ وَظَالِمٌ لِّنَفْسِهِ مُبِينٌ
Isa irrattiifi Is-haaq irrattis barakaa gooneSanyii isaan lamaanii irraa nama toltuu hojjatuufi kan lubbuu isaa miidhaa ifa ta’etu jira
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
111Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 111

Suuratu As-Saffat Aayah 111 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi

Suuratu Aayah 111/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 109–113. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers