As-Saffat · 121/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ ۝١٢١
Innaa kazaalika najzil muhsineen
📖 Afaan Oromoon
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina

🎧 Caqasi


📜 Aayah 119-123 — Suuratu As-Saffat

119وَتَرَكْنَا عَلَيْهِمَا فِي الْآخِرِينَ
Isaan lamaaniif dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifnee jirra
120سَلَامٌ عَلَىٰ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Nageenyi Muusaafi Haaruun irra haa jiraatu
121إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
122إِنَّهُمَا مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Isaan lamaanuu gabroota keenya mu’uminoota irraayi
123وَإِنَّ إِلْيَاسَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, Ilyaasis ergamtoota irraayi
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
121Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 121

Suuratu As-Saffat Aayah 121 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina

Suuratu Aayah 121/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 119–123. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers