As-Saffat · 120/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
سَلَامٌ عَلَىٰ مُوسَىٰ وَهَارُونَ ۝١٢٠
Salaamun `alaa Moosaa wa Haaroon
📖 Afaan Oromoon
Nageenyi Muusaafi Haaruun irra haa jiraatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 118-122 — Suuratu As-Saffat

118وَهَدَيْنَاهُمَا الصِّرَاطَ الْمُسْتَقِيمَ
Karaa qajeelaa isaan qajeelchine
119وَتَرَكْنَا عَلَيْهِمَا فِي الْآخِرِينَ
Isaan lamaaniif dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifnee jirra
120سَلَامٌ عَلَىٰ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Nageenyi Muusaafi Haaruun irra haa jiraatu
121إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
122إِنَّهُمَا مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Isaan lamaanuu gabroota keenya mu’uminoota irraayi
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
120Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 120

Suuratu As-Saffat Aayah 120 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nageenyi Muusaafi Haaruun irra haa jiraatu

Suuratu Aayah 120/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 118–122. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers