As-Saffat · 161/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
فَإِنَّكُمْ وَمَا تَعْبُدُونَ ۝١٦١
Fa innakum wa maa ta`ubdoon
📖 Afaan Oromoon
Isiniifi wantoonni isin gabbartan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 159-163 — As-Saffat

159سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يَصِفُونَ
Waan isaan (kaafirtoonni), isaan jedhan irraa Rabbiin qulqullaa’e
160إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota Rabbii isaan qulqulleeffamoo malee (ni dhihaatu)
161فَإِنَّكُمْ وَمَا تَعْبُدُونَ
Isiniifi wantoonni isin gabbartan
162مَا أَنتُمْ عَلَيْهِ بِفَاتِنِينَ
Isin isa irratti (nama amane kamillee) jallistootaa miti
163إِلَّا مَنْ هُوَ صَالِ الْجَحِيمِ
Namoota ibidda jahannam seenun (itti murtaa’e) malee
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
161Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 161

Suuratu As-Saffat Aayah 161 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isiniifi wantoonni isin gabbartan

Suuratu Aayah 161/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 159–163. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers