As-Saffat · 160/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ ۝١٦٠
Illaa `ibaadal laahil mukhlaseen
📖 Afaan Oromoon
Gabroota Rabbii isaan qulqulleeffamoo malee (ni dhihaatu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 158-162 — Suuratu As-Saffat

158وَجَعَلُوا بَيْنَهُ وَبَيْنَ الْجِنَّةِ نَسَبًا ۚ وَلَقَدْ عَلِمَتِ الْجِنَّةُ إِنَّهُمْ لَمُحْضَرُونَ
Gidduu Isaatiifi gidduu malaykotaatti firummaa godhanMalaykoonni dhugumatti akka isaan (kun) dhiaatuuf jiran sirritti beekanii jiru
159سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يَصِفُونَ
Waan isaan (kaafirtoonni), isaan jedhan irraa Rabbiin qulqullaa’e
160إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota Rabbii isaan qulqulleeffamoo malee (ni dhihaatu)
161فَإِنَّكُمْ وَمَا تَعْبُدُونَ
Isiniifi wantoonni isin gabbartan
162مَا أَنتُمْ عَلَيْهِ بِفَاتِنِينَ
Isin isa irratti (nama amane kamillee) jallistootaa miti
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
160Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 160

Suuratu As-Saffat Aayah 160 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gabroota Rabbii isaan qulqulleeffamoo malee (ni dhihaatu)

Suuratu Aayah 160/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 158–162. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers