As-Saffat · 174/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ ۝١٧٤
Fatawalla `anhum hatta heen
📖 Afaan Oromoon
(Yaa Muhammad!) Yeroo murtaa’eef isaan dhiisii irraa garagali

🎧 Caqasi


📜 Aayah 172-176 — Suuratu As-Saffat

172إِنَّهُمْ لَهُمُ الْمَنصُورُونَ
Isaan isaanumatu tumsamoodha
173وَإِنَّ جُندَنَا لَهُمُ الْغَالِبُونَ
Waraanni keenyas injifattoonni isaanuma (jechuunis dabarte)
174فَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ
(Yaa Muhammad!) Yeroo murtaa’eef isaan dhiisii irraa garagali
175وَأَبْصِرْهُمْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ
Ati itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu
176أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ
Sila adabbii keenya jarjarfatanii
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
174Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 174

Suuratu As-Saffat Aayah 174 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa Muhammad!) Yeroo murtaa’eef isaan dhiisii irraa garagali

Suuratu Aayah 174/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 172–176. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers