As-Saffat · 177/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَإِذَا نَزَلَ بِسَاحَتِهِمْ فَسَاءَ صَبَاحُ الْمُنذَرِينَ ۝١٧٧
Fa izaa nazala bisaahatihim fasaaa`a sabaahul munzareen
📖 Afaan Oromoon
Yeroo (adabbiin) qe’ee isaaniitti bu’e, bariisaan warra dinniinamanii fokkateera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 175-179 — Suuratu As-Saffat

175وَأَبْصِرْهُمْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ
Ati itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu
176أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ
Sila adabbii keenya jarjarfatanii
177فَإِذَا نَزَلَ بِسَاحَتِهِمْ فَسَاءَ صَبَاحُ الْمُنذَرِينَ
Yeroo (adabbiin) qe’ee isaaniitti bu’e, bariisaan warra dinniinamanii fokkateera
178وَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ
(Yaa Muhammad!) hanga yeroo murtaa’eetti isaan irraa garagali
179وَأَبْصِرْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ
Itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
177Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 177

Suuratu As-Saffat Aayah 177 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo (adabbiin) qe’ee isaaniitti bu’e, bariisaan warra dinniinamanii fokkateera

Suuratu Aayah 177/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 175–179. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers