As-Saffat · 178/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ ۝١٧٨
Wa tawalla `anhum hattaa heen
📖 Afaan Oromoon
(Yaa Muhammad!) hanga yeroo murtaa’eetti isaan irraa garagali

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 176-180 — Suuratu As-Saffat

176أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ
Sila adabbii keenya jarjarfatanii
177فَإِذَا نَزَلَ بِسَاحَتِهِمْ فَسَاءَ صَبَاحُ الْمُنذَرِينَ
Yeroo (adabbiin) qe’ee isaaniitti bu’e, bariisaan warra dinniinamanii fokkateera
178وَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ
(Yaa Muhammad!) hanga yeroo murtaa’eetti isaan irraa garagali
179وَأَبْصِرْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ
Itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu
180سُبْحَانَ رَبِّكَ رَبِّ الْعِزَّةِ عَمَّا يَصِفُونَ
Goftaan kee, Gooftaan injifannaa, waan isaan jedhaniin irraa qulqullaa’e
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
178Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 178

Suuratu As-Saffat Aayah 178 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa Muhammad!) hanga yeroo murtaa’eetti isaan irraa garagali

Suuratu Aayah 178/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 176–180. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers