As-Saffat · 176/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ ۝١٧٦
Afabi`azaabinaa yasta`jiloon
📖 Afaan Oromoon
Sila adabbii keenya jarjarfatanii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 174-178 — Suuratu As-Saffat

174فَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ
(Yaa Muhammad!) Yeroo murtaa’eef isaan dhiisii irraa garagali
175وَأَبْصِرْهُمْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ
Ati itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu
176أَفَبِعَذَابِنَا يَسْتَعْجِلُونَ
Sila adabbii keenya jarjarfatanii
177فَإِذَا نَزَلَ بِسَاحَتِهِمْ فَسَاءَ صَبَاحُ الْمُنذَرِينَ
Yeroo (adabbiin) qe’ee isaaniitti bu’e, bariisaan warra dinniinamanii fokkateera
178وَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ
(Yaa Muhammad!) hanga yeroo murtaa’eetti isaan irraa garagali
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
176Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 176

Suuratu As-Saffat Aayah 176 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila adabbii keenya jarjarfatanii

Suuratu Aayah 176/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 174–178. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers