As-Saffat · 26/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
بَلْ هُمُ الْيَوْمَ مُسْتَسْلِمُونَ ۝٢٦
Bal humul Yawma mustaslimoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti isaan har’a harka kennoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 24-28 — As-Saffat

24وَقِفُوهُمْ ۖ إِنَّهُم مَّسْئُولُونَ
Isaan dhaabaa; dhugumatti, isaan ni gaafatamu
25مَا لَكُمْ لَا تَنَاصَرُونَ
Sila maal taataniiti wal hin tumsine?”
26بَلْ هُمُ الْيَوْمَ مُسْتَسْلِمُونَ
Dhugumatti isaan har’a harka kennoodha
27وَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَسَاءَلُونَ
Gariin isaanii garii irratti gara galanii, wal gaafatu
28قَالُوا إِنَّكُمْ كُنتُمْ تَأْتُونَنَا عَنِ الْيَمِينِ
Ni jedhu: “dhugumatti, isin mirga irraan [gaarii fakkeessuun] nutti dhufaa turtan.”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 26

Suuratu As-Saffat Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti isaan har’a harka kennoodha

Suuratu Aayah 26/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers