As-Saffat · 46/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
بَيْضَاءَ لَذَّةٍ لِّلشَّارِبِينَ ۝٤٦
Baidaaa`a laz zatil lish shaaribeen
📖 Afaan Oromoon
Adii, warra dhuganiif mi’aayaa kan taate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu As-Saffat

44عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
Haala walitti gara galoo ta’aniin siree irratti ta’u
45يُطَافُ عَلَيْهِم بِكَأْسٍ مِّن مَّعِينٍ
Kubbaayyaa farsoo qulqulluu irraa ta’een isaan irra naanna’ama
46بَيْضَاءَ لَذَّةٍ لِّلشَّارِبِينَ
Adii, warra dhuganiif mi’aayaa kan taate
47لَا فِيهَا غَوْلٌ وَلَا هُمْ عَنْهَا يُنزَفُونَ
Ishee keessa dhukkubni hin jiru; isaan ishee irraa hin machaa’anis
48وَعِندَهُمْ قَاصِرَاتُ الطَّرْفِ عِينٌ
Isaan bira dubartoota ija isaanii gabaabsan, kan ijji babaldhaa ta’etu jira
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 46

Suuratu As-Saffat Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Adii, warra dhuganiif mi’aayaa kan taate

Suuratu Aayah 46/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers