As-Saffat · 57/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَلَوْلَا نِعْمَةُ رَبِّي لَكُنتُ مِنَ الْمُحْضَرِينَ ۝٥٧
Wa law laa ni`matu Rabbee lakuntu minal muhdareen
📖 Afaan Oromoon
Odoo tolli Gooftaa kiyyaa na tiksuu baatee, silaa anis warra (ibidda) seenan irraa ta’een ture.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 55-59 — Suuratu As-Saffat

55فَاطَّلَعَ فَرَآهُ فِي سَوَاءِ الْجَحِيمِ
Gadi millatee walakkaa jahiimitti isa arge
56قَالَ تَاللَّهِ إِن كِدتَّ لَتُرْدِينِ
Ni jedhe: “Rabbiin kakadhee! Na balleessitee oolte
57وَلَوْلَا نِعْمَةُ رَبِّي لَكُنتُ مِنَ الْمُحْضَرِينَ
Odoo tolli Gooftaa kiyyaa na tiksuu baatee, silaa anis warra (ibidda) seenan irraa ta’een ture.”
58أَفَمَا نَحْنُ بِمَيِّتِينَ
(Warri jannataa ni jedhu): “sila nuti lamuu wahii duunaa
59إِلَّا مَوْتَتَنَا الْأُولَىٰ وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ
Du’a keenya kan jalqabaa malee; nuti adabamoos miti.”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 57

Suuratu As-Saffat Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo tolli Gooftaa kiyyaa na tiksuu baatee, silaa anis warra…

Suuratu Aayah 57/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers