As-Saffat · 56/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
قَالَ تَاللَّهِ إِن كِدتَّ لَتُرْدِينِ ۝٥٦
Qaala tallaahi in kitta laturdeen
📖 Afaan Oromoon
Ni jedhe: “Rabbiin kakadhee! Na balleessitee oolte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 54-58 — Suuratu As-Saffat

54قَالَ هَلْ أَنتُم مُّطَّلِعُونَ
Ni jedhe: “Sila isin (ana waliin deemtanii ) gadi hin ilaaltanii?”
55فَاطَّلَعَ فَرَآهُ فِي سَوَاءِ الْجَحِيمِ
Gadi millatee walakkaa jahiimitti isa arge
56قَالَ تَاللَّهِ إِن كِدتَّ لَتُرْدِينِ
Ni jedhe: “Rabbiin kakadhee! Na balleessitee oolte
57وَلَوْلَا نِعْمَةُ رَبِّي لَكُنتُ مِنَ الْمُحْضَرِينَ
Odoo tolli Gooftaa kiyyaa na tiksuu baatee, silaa anis warra (ibidda) seenan irraa ta’een ture.”
58أَفَمَا نَحْنُ بِمَيِّتِينَ
(Warri jannataa ni jedhu): “sila nuti lamuu wahii duunaa
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 56

Suuratu As-Saffat Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni jedhe: “Rabbiin kakadhee! Na balleessitee oolte

Suuratu Aayah 56/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers