As-Saffat · 58/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
أَفَمَا نَحْنُ بِمَيِّتِينَ ۝٥٨
Afamaa nahnu bimaiyiteen
📖 Afaan Oromoon
(Warri jannataa ni jedhu): “sila nuti lamuu wahii duunaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 56-60 — Suuratu As-Saffat

56قَالَ تَاللَّهِ إِن كِدتَّ لَتُرْدِينِ
Ni jedhe: “Rabbiin kakadhee! Na balleessitee oolte
57وَلَوْلَا نِعْمَةُ رَبِّي لَكُنتُ مِنَ الْمُحْضَرِينَ
Odoo tolli Gooftaa kiyyaa na tiksuu baatee, silaa anis warra (ibidda) seenan irraa ta’een ture.”
58أَفَمَا نَحْنُ بِمَيِّتِينَ
(Warri jannataa ni jedhu): “sila nuti lamuu wahii duunaa
59إِلَّا مَوْتَتَنَا الْأُولَىٰ وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ
Du’a keenya kan jalqabaa malee; nuti adabamoos miti.”
60إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Kun isumatu milkii guddaadha
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
58Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 58

Suuratu As-Saffat Aayah 58 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Warri jannataa ni jedhu): “sila nuti lamuu wahii duunaa

Suuratu Aayah 58/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 56–60. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers