As-Saffat · 78/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَتَرَكْنَا عَلَيْهِ فِي الْآخِرِينَ ۝٧٨
Wa taraknaa `alaihi fil aakhireen
📖 Afaan Oromoon
Isaaf dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 76-80 — Suuratu As-Saffat

76وَنَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ مِنَ الْكَرْبِ الْعَظِيمِ
Badii guddaa (bishaanin liqimfamuu) irraa isaafi maatii isaa baraarsine
77وَجَعَلْنَا ذُرِّيَّتَهُ هُمُ الْبَاقِينَ
Hortee isaa isaanuma (warra badii jalaa) hafan taasifne
78وَتَرَكْنَا عَلَيْهِ فِي الْآخِرِينَ
Isaaf dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifne
79سَلَامٌ عَلَىٰ نُوحٍ فِي الْعَالَمِينَ
Nageenyi aalama keessatti Nuuh irra haa jiraatu
80إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
78Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 78

Suuratu As-Saffat Aayah 78 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaaf dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifne

Suuratu Aayah 78/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 76–80. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers