As-Saffat · 79/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
سَلَامٌ عَلَىٰ نُوحٍ فِي الْعَالَمِينَ ۝٧٩
Salaamun `alaa Noohin fil `aalameen
📖 Afaan Oromoon
Nageenyi aalama keessatti Nuuh irra haa jiraatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 77-81 — Suuratu As-Saffat

77وَجَعَلْنَا ذُرِّيَّتَهُ هُمُ الْبَاقِينَ
Hortee isaa isaanuma (warra badii jalaa) hafan taasifne
78وَتَرَكْنَا عَلَيْهِ فِي الْآخِرِينَ
Isaaf dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifne
79سَلَامٌ عَلَىٰ نُوحٍ فِي الْعَالَمِينَ
Nageenyi aalama keessatti Nuuh irra haa jiraatu
80إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
81إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
79Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 79

Suuratu As-Saffat Aayah 79 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nageenyi aalama keessatti Nuuh irra haa jiraatu

Suuratu Aayah 79/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 77–81. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers