As-Saffat · 77/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَجَعَلْنَا ذُرِّيَّتَهُ هُمُ الْبَاقِينَ ۝٧٧
Wa ja`alnaa zurriyyatahoo hummul baaqeen
📖 Afaan Oromoon
Hortee isaa isaanuma (warra badii jalaa) hafan taasifne

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 75-79 — Suuratu As-Saffat

75وَلَقَدْ نَادَانَا نُوحٌ فَلَنِعْمَ الْمُجِيبُونَ
Dhugumatti Nuuh nutti lallabee ture; Nuti warri waamicha owwaate waa tolle
76وَنَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ مِنَ الْكَرْبِ الْعَظِيمِ
Badii guddaa (bishaanin liqimfamuu) irraa isaafi maatii isaa baraarsine
77وَجَعَلْنَا ذُرِّيَّتَهُ هُمُ الْبَاقِينَ
Hortee isaa isaanuma (warra badii jalaa) hafan taasifne
78وَتَرَكْنَا عَلَيْهِ فِي الْآخِرِينَ
Isaaf dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifne
79سَلَامٌ عَلَىٰ نُوحٍ فِي الْعَالَمِينَ
Nageenyi aalama keessatti Nuuh irra haa jiraatu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
77Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 77

Suuratu As-Saffat Aayah 77 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hortee isaa isaanuma (warra badii jalaa) hafan taasifne

Suuratu Aayah 77/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 75–79. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers