Sad · 50/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Sad
جَنَّاتِ عَدْنٍ مُّفَتَّحَةً لَّهُمُ الْأَبْوَابُ ۝٥٠
Jannaati `adnim mufat tahatal lahumul abwaab
📖 Afaan Oromoon
Jannata qubsumaa kan balballi isaaniif banaa ta’antu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 48-52 — Sad

48وَاذْكُرْ إِسْمَاعِيلَ وَالْيَسَعَ وَذَا الْكِفْلِ ۖ وَكُلٌّ مِّنَ الْأَخْيَارِ
Ismaa’il, Yasa’iifi Zulkifliinis dubbadhu; (isaan) hunduu filatamtoota irraayi
49هَٰذَا ذِكْرٌ ۚ وَإِنَّ لِلْمُتَّقِينَ لَحُسْنَ مَآبٍ
Kuni (isaaniif) faaruudhaDhugumatti, isaan Rabbiin sodaataniif deebii gaariitu jira
50جَنَّاتِ عَدْنٍ مُّفَتَّحَةً لَّهُمُ الْأَبْوَابُ
Jannata qubsumaa kan balballi isaaniif banaa ta’antu jira
51مُتَّكِئِينَ فِيهَا يَدْعُونَ فِيهَا بِفَاكِهَةٍ كَثِيرَةٍ وَشَرَابٍ
Ishee keessa (siree irratti) hirkatanii jiraatuIshee keessatti fuduraalee baay’eefi dhugaatiis ni waammatu
52۞ وَعِندَهُمْ قَاصِرَاتُ الطَّرْفِ أَتْرَابٌ
Dubartoota nama biraa ilaaluu irraa ija gabaabsan, kan umriin isaanii wal qixa ta’etu isaan bira jira
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
50Aayah

Hiikkaa — Sad 50

Suuratu Sad Aayah 50 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jannata qubsumaa kan balballi isaaniif banaa ta’antu jira

Suuratu Aayah 50/88 — Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Sad Caqasi, Sad Hiikkaa, Sad mp3, Sad pdf. Aayah 48–52. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers