An-Nisa · 136/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا آمِنُوا بِاللَّهِ وَرَسُولِهِ وَالْكِتَابِ الَّذِي نَزَّلَ عَلَىٰ رَسُولِهِ وَالْكِتَابِ الَّذِي أَنزَلَ مِن قَبْلُ ۚ وَمَن يَكْفُرْ بِاللَّهِ وَمَلَائِكَتِهِ وَكُتُبِهِ وَرُسُلِهِ وَالْيَوْمِ الْآخِرِ فَقَدْ ضَلَّ ضَلَالًا بَعِيدًا ۝١٣٦
Yaaa aiyuhal lazeena aamanooo aaminoo billaahi wa Rasoolihee wal Kitaabil lazee nazzala `alaa Rasoolihee wal Kitaabil lazeee anzala min qabl; wa mai yakfur billaahi wa Malaaa`ikatihee wa Kutubihee wa Rusulihee wal Yawmil Aakhiri faqad dalla dalaalam ba`eedaa
📖 Afaan Oromoon
Yaa warra amantan! Rabbitti, ergamaa Isaatti, kitaaba ergamaa Isaa irratti buufamettiifi kitaaba Inni sana dura buusetti amanaaNamni Rabbitti, maleeykota Isaatti, kitaabota Isaatti, ergamtoota Isaattiifi Guyyaa Aakhiraatti kafare, inni dhugumatti jallina fagoo jallateera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 134-138 — Suuratu An-Nisa

134مَّن كَانَ يُرِيدُ ثَوَابَ الدُّنْيَا فَعِندَ اللَّهِ ثَوَابُ الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ سَمِيعًا بَصِيرًا
Namni mindaa addunyaa kan fedhu tae, mindaan addunyaafi Aakhiraa Rabbiin bira qofa jiraRabbiin dhaga’aa, argaa ta’eera
135۞ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا كُونُوا قَوَّامِينَ بِالْقِسْطِ شُهَدَاءَ لِلَّهِ وَلَوْ عَلَىٰ أَنفُسِكُمْ أَوِ الْوَالِدَيْنِ وَالْأَقْرَبِينَ ۚ إِن يَكُنْ غَنِيًّا أَوْ فَقِيرًا فَاللَّهُ أَوْلَىٰ بِهِمَا ۖ فَلَا تَتَّبِعُوا الْهَوَىٰ أَن تَعْدِلُوا ۚ وَإِن تَلْوُوا أَوْ تُعْرِضُوا فَإِنَّ اللَّهَ كَانَ بِمَا تَعْمَلُونَ خَبِيرًا
Yaa warra amantan! odoma lubbuu keessan yookiin abbaa haadha keessaniifi firoota keessan irrattis ta’eeyyuu haqaan dhaabbataa Rabbiif ragaa bahaa ta’aaYoo dureessa yookiin hiyyeessa ta’anis Rabbitu irra isaanitti aanaHaqa irraa dabuuf fedha lubbuu keessanii hin hordofinaaYoo (ragaa) dabsitan yookiin (ragaa bahuu irraa) gara galtan, dhugumatti Rabbiin waan isin dalagdan hunda beekaa taeera
136يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا آمِنُوا بِاللَّهِ وَرَسُولِهِ وَالْكِتَابِ الَّذِي نَزَّلَ عَلَىٰ رَسُولِهِ وَالْكِتَابِ الَّذِي أَنزَلَ مِن قَبْلُ ۚ وَمَن يَكْفُرْ بِاللَّهِ وَمَلَائِكَتِهِ وَكُتُبِهِ وَرُسُلِهِ وَالْيَوْمِ الْآخِرِ فَقَدْ ضَلَّ ضَلَالًا بَعِيدًا
Yaa warra amantan! Rabbitti, ergamaa Isaatti, kitaaba ergamaa Isaa irratti buufamettiifi kitaaba Inni sana dura buusetti amanaaNamni Rabbitti, maleeykota Isaatti, kitaabota Isaatti, ergamtoota Isaattiifi Guyyaa Aakhiraatti kafare, inni dhugumatti jallina fagoo jallateera
137إِنَّ الَّذِينَ آمَنُوا ثُمَّ كَفَرُوا ثُمَّ آمَنُوا ثُمَّ كَفَرُوا ثُمَّ ازْدَادُوا كُفْرًا لَّمْ يَكُنِ اللَّهُ لِيَغْفِرَ لَهُمْ وَلَا لِيَهْدِيَهُمْ سَبِيلًا
Dhugumatti isaan amananii ergasii kafaran, ergasii amananii ergasii kafaran, ergasiis kufrii daddabalatan, Rabbiin kan isaaniif araaramuufi karaa isaan qajeelchu hin taane
138بَشِّرِ الْمُنَافِقِينَ بِأَنَّ لَهُمْ عَذَابًا أَلِيمًا
Adabni laalessaan isaaniif jira jechuudhaan munaafiqoota gammachiisi
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
136Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 136

Suuratu An-Nisa Aayah 136 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa warra amantan! Rabbitti, ergamaa Isaatti, kitaaba ergamaa Isaa irratti…

Suuratu Aayah 136/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 134–138. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers