Ghafir · 73/85
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ghafir
ثُمَّ قِيلَ لَهُمْ أَيْنَ مَا كُنتُمْ تُشْرِكُونَ ۝٧٣
Summaa qeela lahum ayna maa kuntum tushrikoon
📖 Afaan Oromoon
Ergasii “Isaan Rabbitti qindeessaa turtan sun eessa jiru?” isaaniin jedhama

🎧 Caqasi


📜 Aayah 71-75 — Suuratu Ghafir

71إِذِ الْأَغْلَالُ فِي أَعْنَاقِهِمْ وَالسَّلَاسِلُ يُسْحَبُونَ
Yeroo sakaallaan sibiilaa morma isaanii irratti maramee, Sansalannis (itti diramee) harkifaman
72فِي الْحَمِيمِ ثُمَّ فِي النَّارِ يُسْجَرُونَ
Bishaan danfaa keessa (harkifamanii) ergasii ibidda keessatti gubamu
73ثُمَّ قِيلَ لَهُمْ أَيْنَ مَا كُنتُمْ تُشْرِكُونَ
Ergasii “Isaan Rabbitti qindeessaa turtan sun eessa jiru?” isaaniin jedhama
74مِن دُونِ اللَّهِ ۖ قَالُوا ضَلُّوا عَنَّا بَل لَّمْ نَكُن نَّدْعُو مِن قَبْلُ شَيْئًا ۚ كَذَٰلِكَ يُضِلُّ اللَّهُ الْكَافِرِينَ
Rabbiin ala (gabbaraa kan turtan)“Nu jalaa badaniiruLakkisaa nuti asiin dura homaa gabbaraa hin turre!” Akka kanatti Rabbiin kaafiroota jallisa
75ذَٰلِكُم بِمَا كُنتُمْ تَفْرَحُونَ فِي الْأَرْضِ بِغَيْرِ الْحَقِّ وَبِمَا كُنتُمْ تَمْرَحُونَ
“Kun waan dachii irratti haqaan ala gammadaa turtaniifi waan daangaa darbitaniifi”
GhafirTarreeffama Qur'ana
85Aayah
MeccanRevelation
73Aayah

Hiikkaa — Ghafir 73

Suuratu Ghafir Aayah 73 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii “Isaan Rabbitti qindeessaa turtan sun eessa jiru?” isaaniin jedhama

Suuratu Aayah 73/85 — Suuratu Ghafir غافر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ghafir Caqasi, Suuratu Ghafir Hiikkaa, Suuratu Ghafir mp3, Suuratu Ghafir pdf. Aayah 71–75. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers