Az-Zukhruf · 7/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zukhruf
وَمَا يَأْتِيهِم مِّن نَّبِيٍّ إِلَّا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ ۝٧
Wa maa yaateehim min Nabiyyin illaa kaanoo bihee yasahzi`oon
📖 Afaan Oromoon
Nabiyyiin tokkollee isaanitti dhufee yoo itti qishinan (baacan) malee hin hafne

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Az-Zukhruf

5أَفَنَضْرِبُ عَنكُمُ الذِّكْرَ صَفْحًا أَن كُنتُمْ قَوْمًا مُّسْرِفِينَ
Ummata daangaa dabritoota waan taataniif gorsa isin irraa dabsinaa
6وَكَمْ أَرْسَلْنَا مِن نَّبِيٍّ فِي الْأَوَّلِينَ
Warra duraa keessattis nabiyyoota meeqaatama erginee jirra
7وَمَا يَأْتِيهِم مِّن نَّبِيٍّ إِلَّا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ
Nabiyyiin tokkollee isaanitti dhufee yoo itti qishinan (baacan) malee hin hafne
8فَأَهْلَكْنَا أَشَدَّ مِنْهُم بَطْشًا وَمَضَىٰ مَثَلُ الْأَوَّلِينَ
Humnaan isaan irra cimoo warra ta’an balleessinee jirraFakkeenyi warra jalqabaa dabreera
9وَلَئِن سَأَلْتَهُم مَّنْ خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ لَيَقُولُنَّ خَلَقَهُنَّ الْعَزِيزُ الْعَلِيمُ
Odoo samiifi dachii eenyutu uume jettee isaan gaafattee “Isa injifataa beekaa ta’etu isaan uume” jedhu
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 7

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nabiyyiin tokkollee isaanitti dhufee yoo itti qishinan (baacan) malee hin…

Suuratu Aayah 7/89 — Suuratu Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zukhruf Caqasi, Suuratu Az-Zukhruf Hiikkaa, Suuratu Az-Zukhruf mp3, Suuratu Az-Zukhruf pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers