Ad-Dukhan · 26/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
وَزُرُوعٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ ۝٢٦
Wa zuroo`inw wa maqaa min kareem
📖 Afaan Oromoon
Oyruufi iddoo jireenyaa gaggaariis

🎧 Caqasi


📜 Aayah 24-28 — Suuratu Ad-Dukhan

24وَاتْرُكِ الْبَحْرَ رَهْوًا ۖ إِنَّهُمْ جُندٌ مُّغْرَقُونَ
Galaana akkuma banametti dhiisiDhugumatti, isaan garee bishaaniin dhidhimfamoodha.”
25كَمْ تَرَكُوا مِن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan meeqaatama dhiisan
26وَزُرُوعٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ
Oyruufi iddoo jireenyaa gaggaariis
27وَنَعْمَةٍ كَانُوا فِيهَا فَاكِهِينَ
Qananii ishee keessatti gammadaa turanis
28كَذَٰلِكَ ۖ وَأَوْرَثْنَاهَا قَوْمًا آخَرِينَ
Akka kanatti ummata biraa ishee dhaalchifne
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 26

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Oyruufi iddoo jireenyaa gaggaariis

Suuratu Aayah 26/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers