Ad-Dukhan · 25/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
كَمْ تَرَكُوا مِن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ ۝٢٥
Kam tarakoo min jannaatinw wa `uyoon
📖 Afaan Oromoon
Ashaakiltiifi burqituuwwan meeqaatama dhiisan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 23-27 — Suuratu Ad-Dukhan

23فَأَسْرِ بِعِبَادِي لَيْلًا إِنَّكُم مُّتَّبَعُونَ
(Rabbiin ni jedhe): “Gabroota kiyyaan halkaniin deemiDhugumatti isin hordofamtoota
24وَاتْرُكِ الْبَحْرَ رَهْوًا ۖ إِنَّهُمْ جُندٌ مُّغْرَقُونَ
Galaana akkuma banametti dhiisiDhugumatti, isaan garee bishaaniin dhidhimfamoodha.”
25كَمْ تَرَكُوا مِن جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan meeqaatama dhiisan
26وَزُرُوعٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ
Oyruufi iddoo jireenyaa gaggaariis
27وَنَعْمَةٍ كَانُوا فِيهَا فَاكِهِينَ
Qananii ishee keessatti gammadaa turanis
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 25

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ashaakiltiifi burqituuwwan meeqaatama dhiisan

Suuratu Aayah 25/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers