Ad-Dukhan · 50/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
إِنَّ هَٰذَا مَا كُنتُم بِهِ تَمْتَرُونَ ۝٥٠
Inna haazaa maa kuntum bihee tamtaroon
📖 Afaan Oromoon
Inni kun waan isa mamaa turtan sani” (isaaniin jedhama)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 48-52 — Ad-Dukhan

48ثُمَّ صُبُّوا فَوْقَ رَأْسِهِ مِنْ عَذَابِ الْحَمِيمِ
Ergasii mataa isaa gubbaatti adabbii bishaan danfaa irraa ta’e dhangalaasaa
49ذُقْ إِنَّكَ أَنتَ الْعَزِيزُ الْكَرِيمُ
Dhandhami; dhugumatti, ati simatu cimaa, arjaa (of fakkeessuu) turtee
50إِنَّ هَٰذَا مَا كُنتُم بِهِ تَمْتَرُونَ
Inni kun waan isa mamaa turtan sani” (isaaniin jedhama)
51إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي مَقَامٍ أَمِينٍ
Warri Rabbiin sodaatan iddoo nagayaa keessa
52فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan keessa
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
50Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 50

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 50 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni kun waan isa mamaa turtan sani” (isaaniin jedhama)

Suuratu Aayah 50/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 48–52. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers