Al-Maidah · 37/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Maidah
يُرِيدُونَ أَن يَخْرُجُوا مِنَ النَّارِ وَمَا هُم بِخَارِجِينَ مِنْهَا ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ مُّقِيمٌ ۝٣٧
Yureedoona ai yakhrujoo minan Naari wa maa hum bikhaari jeena minhaa wa lahum `azaabum muqeem
📖 Afaan Oromoon
Ibidda irraa ba’uu fedhuIsaanis ishee irraa kan ba’anii mitiIsaaniif adabbii itti fufaatu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 35-39 — Suuratu Al-Maidah

35يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اتَّقُوا اللَّهَ وَابْتَغُوا إِلَيْهِ الْوَسِيلَةَ وَجَاهِدُوا فِي سَبِيلِهِ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ
Yaa warra amantan! Rabbiin sodaadhaaWaan ittiin gara Isaatti dhihaattanus barbaadaaAkka milkooftaniif jecha karaa Isaa keessattis qabsaa’aa
36إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا لَوْ أَنَّ لَهُم مَّا فِي الْأَرْضِ جَمِيعًا وَمِثْلَهُ مَعَهُ لِيَفْتَدُوا بِهِ مِنْ عَذَابِ يَوْمِ الْقِيَامَةِ مَا تُقُبِّلَ مِنْهُمْ ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
Dhugumatti, isaan kafaran odoo wanti dachii keessa jiru hundiifi fakkaatan isaas isa waliin isaaniif ta’ee isaan adabbii Guyyaa Qiyaamaa irraa of bituu fedhanii isaan irraa hin qeebalamuIsaaniif adabbii laalessaa ta’etu jira
37يُرِيدُونَ أَن يَخْرُجُوا مِنَ النَّارِ وَمَا هُم بِخَارِجِينَ مِنْهَا ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ مُّقِيمٌ
Ibidda irraa ba’uu fedhuIsaanis ishee irraa kan ba’anii mitiIsaaniif adabbii itti fufaatu jira
38وَالسَّارِقُ وَالسَّارِقَةُ فَاقْطَعُوا أَيْدِيَهُمَا جَزَاءً بِمَا كَسَبَا نَكَالًا مِّنَ اللَّهِ ۗ وَاللَّهُ عَزِيزٌ حَكِيمٌ
Dhiira hattuufi dubartii hattuus galata waan isaan dalaganiif jiilchaa Rabbi irraa taeef jecha harka isaanii lamaan kutaaRabbiin injifataa, ogeessa
39فَمَن تَابَ مِن بَعْدِ ظُلْمِهِ وَأَصْلَحَ فَإِنَّ اللَّهَ يَتُوبُ عَلَيْهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Namni miidhaa (raawwachuu) isaa booda toobatee tolches, dhugumatti Rabbiin tawbaa isaa irraa qeebalaRabbiin akkaan araaramaa, akkaan rahmata godhaadha
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — Al-Maidah 37

Suuratu Al-Maidah Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ibidda irraa ba’uu fedhuIsaanis ishee irraa kan ba’anii mitiIsaaniif adabbii…

Suuratu Aayah 37/120 — Suuratu Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Maidah Caqasi, Suuratu Al-Maidah Hiikkaa, Suuratu Al-Maidah mp3, Suuratu Al-Maidah pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers