Al-Maidah · 61/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Maidah
وَإِذَا جَاءُوكُمْ قَالُوا آمَنَّا وَقَد دَّخَلُوا بِالْكُفْرِ وَهُمْ قَدْ خَرَجُوا بِهِ ۚ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا كَانُوا يَكْتُمُونَ ۝٦١
Wa izaa jaaa`ookum qaalooo aamannaa wa qad dakhaloo bilkufri wa hum qad kharajoo bih; wallaahu a`lamu bimaa kaanoo yaktumoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan odoma dhugumatti kufrii wajjin seenaniifi isaan dhugumatti isumaa wajjin ba’anii jiranuu yeroo isinitti dhufan "nuti amanne" jedhuRabbiinis irra beekaa waan isaan dhoksaa turaniiti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 59-63 — Al-Maidah

59قُلْ يَا أَهْلَ الْكِتَابِ هَلْ تَنقِمُونَ مِنَّا إِلَّا أَنْ آمَنَّا بِاللَّهِ وَمَا أُنزِلَ إِلَيْنَا وَمَا أُنزِلَ مِن قَبْلُ وَأَنَّ أَكْثَرَكُمْ فَاسِقُونَ
Yaa warra kitaabaa! Sila nuti Rabbitti, waan gara keenya buufamettiifi waan kana dura buufametti amanuu keenyaafi irra hedduun keessan finciltoota tauu malee homaa nurratti jibbituu?" jedhi
60قُلْ هَلْ أُنَبِّئُكُم بِشَرٍّ مِّن ذَٰلِكَ مَثُوبَةً عِندَ اللَّهِ ۚ مَن لَّعَنَهُ اللَّهُ وَغَضِبَ عَلَيْهِ وَجَعَلَ مِنْهُمُ الْقِرَدَةَ وَالْخَنَازِيرَ وَعَبَدَ الطَّاغُوتَ ۚ أُولَٰئِكَ شَرٌّ مَّكَانًا وَأَضَلُّ عَن سَوَاءِ السَّبِيلِ
Jedhi: "Sila kan adabbiin isaa Rabbiin biratti san caalaa badaa ta’e isiniif himuu? Namni Rabbiin isa abaareefi isa irratti dallane, kan isaan irraa gara jaldeessaafi booyyetti jijjiire, isaan xaaghuuta (gabbaramtoota Rabbiin alaa) gabbaran, isaan sun warra (Aakhiratti) iddoon isaanii badaa taeefi irra jallatoowwan karaati
61وَإِذَا جَاءُوكُمْ قَالُوا آمَنَّا وَقَد دَّخَلُوا بِالْكُفْرِ وَهُمْ قَدْ خَرَجُوا بِهِ ۚ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا كَانُوا يَكْتُمُونَ
Isaan odoma dhugumatti kufrii wajjin seenaniifi isaan dhugumatti isumaa wajjin ba’anii jiranuu yeroo isinitti dhufan "nuti amanne" jedhuRabbiinis irra beekaa waan isaan dhoksaa turaniiti
62وَتَرَىٰ كَثِيرًا مِّنْهُمْ يُسَارِعُونَ فِي الْإِثْمِ وَالْعُدْوَانِ وَأَكْلِهِمُ السُّحْتَ ۚ لَبِئْسَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Baay’ee isaan irraa taes kan badii, daangaa dabruufi wantoota dhorgaman nyaachuu keessatti ariifatan argitaWantoonni isaan hojjataa turan waa fokkate
63لَوْلَا يَنْهَاهُمُ الرَّبَّانِيُّونَ وَالْأَحْبَارُ عَن قَوْلِهِمُ الْإِثْمَ وَأَكْلِهِمُ السُّحْتَ ۚ لَبِئْسَ مَا كَانُوا يَصْنَعُونَ
Sila maaliif qeesonniifi beektonni jechoota isaanii kan badiitiifi wantoota dhorgaman nyaachuu isaanii irraa isaan hin dhorgine? Wanti isaan dalagaa turan waa fokkate
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
61Aayah

Hiikkaa — Al-Maidah 61

Suuratu Al-Maidah Aayah 61 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan odoma dhugumatti kufrii wajjin seenaniifi isaan dhugumatti isumaa wajjin…

Suuratu Aayah 61/120 — Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Maidah Caqasi, Al-Maidah Hiikkaa, Al-Maidah mp3, Al-Maidah pdf. Aayah 59–63. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers